kiilolee birraa's Profile
kiilolee birraa
- Job Title Information Technology docteret and engeenering
- Website kiilolee-birraa-malkaa.blogspot.com
- Blurb
Qabsoo bilisummaa oromoo galmaan gahuuf hundi keenya humna tokko taanee akka wajjin hojjannu akkasumas wabii ummata oromoo kan ta'e adda bilisummaa oromoo wajjin hirmaachuu fii miseensota gahee qaban ijaaruu irratti waliin akka hojjannuu fii wal amantii amanamaa ta'anii amansiisuu irratti tokkommaa huumnee yoo hojjanne bilisummaan keenya fagoo hin jiru.ammaan duras mirga abbaa biyyummaa keenyaa kan nu dhoowwe alagaa otuu hin ta'in sababa nuti waliif galtee dhabneen alagaan karaa argatee nu keessa seene malee otuu nuti cimnee waliif galuudhan humna tokko taanee hojjannee alagaan biyya keenya irratti abbaa biyyaa ta'ee nutti hin roorrisu ture. Egaa ammaan dura oromoon biyyaa fii ammantii akkasumas kutaan wal qoodaa akka ture beekamaadha.haata'u malee yeroo ammaa kana garuu oromoon wal qoodee waan dadhabeef fuula isaa gara tokkummaatti deebisuudhan mirga abbaa biyyummaa isaa fii walabummaa biyya isaa oromiyaaf falmii jalqabuudhan yeroo ammaa kana biyya keessattis ta'ee biyyaan alatti haalli qabsoo bilisummaa oromoo baayyee jajjabachaa kan jiruu fii hirmaannan miseensota bilisummaa oromoo keessumatti ilmaan oromoo warra gabrummaa alagaa dadhabachuun biyyaa baqatanii biyyoota ambaa keessa jiraachaa jiran biratti qabsoon bilisummaa oromoo bakka guddaa argatee jira. Haaluma kanan oromoo ammaan dura wal qoodun isaa bu'aa tokkollee akka hin qabne waan hubatee jiruuf yeroo ammaa kana wal waamee waliif birmachaa kana jiru yommuu ta'u haalli qabsoo fii haalli ijaarsa tokkummaa oromoos kan haalan nama gammachiisu ta'uun isaas hubatamee jira.
- Stats
- Rank 595
- Score 0
- Posts 0
- Likes recieved 0
- Post comments
- Likes given 0
kiilolee birraa's Posts
kiilolee birraa has not written any posts.
Posts kiilolee birraa likes
There are no posts kiilolee birraa has marked as 'Liked'
No Comments